Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Seenaatar Jiim Inhoofan waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Seenaatar Jiim Inhoofan waliin mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad toora miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti,”Seenaatar Jiim Inhoofan irra deebii gara Ityoophiyaa baga nagaan dhuftan” jedhaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.