Ayyaanni jijjiirraa baraa Yam kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa saba Yam ‘Heeboon’ kabajamaa jira.
Hiikkaa baatii jalqaba bara haaraa jedhu kan qabu ayyaanichi bakka dhalattoonni sabichaa, anga’oonni olaanoon mootummaa federaalaafi naannoo argamanitti kabajamaa jira.
Saganticharratti saboonni garaagaraa hirmaachaa jiru.
Tamasgeen Allabbaachoofi Tasfaahuun Kabbadaatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.