Fana: At a Speed of Life!

Irreechi Hora Harsadee  karaa nagaan xumurameera-Komishinii Poolisii Oromiyaa

Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Irreechi Hora Harsadee  karaa nagaan xumuramuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa ibse.

Ayyaanni Irreechaa calaqqee Uummata Oromoo ta’uu ibsuun, Ayyaanni Hora Harsadee guyyaa har’aa magaalaa Bishooftuutti kabajame karaa nagaan xumuramuu ibseera.

Ayyaanichi walta’iinsa qaamolee nageenyaa fi uummata magaalichaan rakkoo nageenyaa tokko malee karaa nagaan xumuramuu komishinichi gama miidiyaa  hawaasummaasaan beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.