Fana: At a Speed of Life!

Irreecha Finfinneerratti sabaa fi sablammoonni hirmaatan

Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Sabaa fi sablammoonni naannolee biyyaatti garaagaraarraa dhufan Irreecha Horaa Finfinneerratti hirmaataaniiru.

Hirmaattonni kunneen akka jedhanitti, Irreechi kan waliin qooddannu, waltajjii obbolummaa keenya itti argisiisnuu fi cimsannuudha jedhan.

Kana malees irreechi ayyaana obbolummaa fi tokkummaa caalmaan calaqqisiisu ta’uu ibsan.

Dabalataan Jilli Keeniyaarraa dhufee Irreecha kanarratti hirmaateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.