Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin qorannoo Idil-Addunyaa   Ityoophiyaa gaggefamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Yaa’iin qorannoo Idil-Addunyaa   Ityoophiyaa Yuuniivarsiitii Finfinneetti gaggefamaa jira.

Yaa’icharraati Pireezedaantiin Ityoophiyaa Saahilawarqi Zawdee dabalatee Ityoophiyaatti Ambasaaddara Faransaay  Reemi  Maarishoo ,Pireezedaantii Yuunivarsiitii Finfinnee Piroofeesar Xaasaaw Waldahaannaan, hayyoonnii fi qoraatoonni hirmaachaa jiraachuu ibsameera.

Yaa’ichi guyyoota Afuriif kan turu ta’uufi yaa’icharratti qorannoowwan dhimma Ityoophiyaarratti qophaa’an dhiyaatanii erga irratti mari’atameen booda kallattiin ni kaa’ama jedhamee kan eegamu ta’uuTOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.