Fana: At a Speed of Life!

Bakka sirni Daamaraa itti gaggeeffamu qulqulleeffame

Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)-Addabaabayii Masqalaa Bakka sirni Daamaraa itti gaggeeffamu sagantaan duulaan qulqulleessuu raawwateera.

Duulaa qulqulleessuu kanarratti Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, abbootii amantaalee, qondaaltota hojii mootumma olaanoo fi jiraattonni magaalattii hirmaataniiru.

Duulli qulqulleessuu kunis waliin jireenyaa hordoftoota amantaalee garaagaraa argisiisuu fi hawwii gaarii akka calaqqisiisan yaadamee qophaa’uu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.