Fana: At a Speed of Life!

Mata duree “Koottaa mana waloo keenya haa ijaarru” jedhuun mariin dargaggootaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Mata duree “Koottaa mana waloo keenya haa ijaarru” jedhuun mariin paanaalii dargaggootaa magaalaa Finfinnee hoteela Kaappitaalitti gaggeeffamaa jira.

Marichi Waajjira Muummee Ministeeraatti Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasiifi Ministeera Aadaafi Ispoortiin qophaa’uu ibsameera.

Maricharratti hoggantoonni olaanoon mootummaa, bakka buutonni paartilee siyaasaa, hayyoonni, dargaggoonni, gaazexeessitoonniifi keessummoonni kabajaa argamuu ragaan Paartii Badhaadhinaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.