Fana: At a Speed of Life!

Gareen Jilaa Itti Aanaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaan durfamuu Finfinnee gale

Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Gareen Jilaa Itti Aanaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Jeneraal Taabaan Deengaayiin durfamu daawwannaa hojiif Finfinnee seeneera.

Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Boolee ga’utti Ministeera Raayyaa Ittisaa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaayii fi Daayrektara Jeneraalaa Dhimmoota Afrikaa Ambaasaaddar Fissahaa Shaawuliin simatamuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Miseensonni garee jilaa kun turtii Ityoophiyaatti taasisaniin qondaaltotaa fi aanga’oota mootummaa biyyattii waliin dhimmoota hariiroo damee hedduu cimsuun danda’amurratti ni mari’atu jedhamee eegama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.