Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara magaalaa Oomaanitti balallii eegale

Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara Yoordaanoos magaalaa Oomaanitti balallii eegaleera.

Sagantaa eegalchiisa balallichaarratti Hojii Raawwachiisa Olaanaa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa Masfin Xaasoow, Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo fi Ityoophiyaa fi Baangilaadeeshiitti Ambaasaaddarri Joordaan Ambaasaaddar Naaziruul Islaam argamaniiru.

Sararichi Daandii Qilleensaa Ityoophiyaaf iddoo ga’umsaa 129ffaa ta’uu fi magaalaa Oomaanitti torbeen guyyaa 3 balallii ni taasiisa jedhame.

Maddi:-TOI

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.