Fana: At a Speed of Life!

Qorichaaleen yeroon tajaajilaa irra darbee fi meeshaaleen Kontiroobaandii biroo to’ataman

Finfinnee, Fulbaana 6, 2015 (FBC) –Qorichaaleen yeroon tajaajilaa irra darbee fi meeshaaleen Kontiroobaandii biroo Birrii miiliyoona 25 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiise.

Sanada Sobaa qopheessuun meeshaaleen kontiroobaandii fi Qorichaaleen yeroon tajaajila irra darbe gara biyyaa galuuf ture to’atamuu ibseera.

Waajjira Guurukaa Damee Awaashitti Qorichaaleen, Meeshaaleen Elektirooniksii, Uffataaleen, Urguuftuuwwanii fi meeshaalee faaya biroo to’atamu Komishinichi ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.