Fana: At a Speed of Life!

Godinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu taasise

Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Godinni Baalee Bahaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu taasise.

Deggarsi godinichi taasise sangoota 65, re’oota kuma 1 fi 85 akkasumas midhaan gala kuntaala 254 ta’uu eerameera.

Deeggarsi taasifame waliigalaan Birrii miiliyoona 10tti kan shallagamu ta’uu ragaan kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.