Fana: At a Speed of Life!

Injinar Taakkalaan Ministira Inarjii Jibuutii waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan, gita isaanii Jibuutii

Yooniis Alii Guddin

waliin mari’ataniiru.Dhimmoota Inarjii fi Albuudaarratti waliin hojjechuuf isaan dandeessisurratti mari’achuu Injiinar Taakkalaan fuula feesbuukii isaaniin ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.