Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf Keeniyaa galan

Finfinnee, Fulbaana 3, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii galan.
Wiiliyaam Ruutoon filannoo dhiyeenya Keeniyaatti gaggeeffameen Pirezidaantii 5ffaa biyyattii ta’uun filatamuun isaanii kan yaadatamudha.
Ayyaanicharratti hoggantoonni biyyoota garaagaraa ni argamu jedhameetu eegama.
Alaazaar Taaddalaatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.