Ambaasaaddarichi Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Kuwaataar waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Quwaataarritti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Feyisal Aliyyiin Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Kuwaataar Sulxaan Biin Sa’id Almiriihi waliin mari’atan.
Mariisaaniin, haala hariiroo gam-lamee biyyoota lameenii cimsuun danda’amurratti mari’achuu eerameera.
Dabalataanis haala dameewwan garaagaraan walta’iinsaan hojjechuu danda’anirratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaa Kuwaatar irraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.