Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Baacaan erga baga gammaddanii MM Abiy Ahimad irraa ergame Wiiliyaam Ruutoof geessisan

Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen erga baga gammaddanii MM Abiy Ahimad irraa ergame Pireezidaantii Keeniyaa haaraa filataman Wiiliyaam Ruutoof geessisaniiru.

Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Baacaa Dabaleen ergaa baga gammaddanii Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad irraa ergame Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoof laataniiru.

Ityoophiyaa fi Keeniyaan Misooma, Nageenya naannawaa, walitti hidhamiinsa diinagdee fi dhimmoota waloo biroorratti tumsaan hojjechuu kan itti fufan ta’uu Ambaasaaddar Baacaan Fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.