Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad boqochuu Giiftii Eelzaabeetiif gaddi itti dhaga’amuu ibsan

Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad boqochuu Mootiitti Ingiliz Giiftii Eelzaabeet 2ffaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan.
Mootiittiin Ingiliz Eelzaabeet 2ffaan Waggaa 96ffaa isaaniitti kaleessa galgala addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad maqaa ummataa fi mootummaa Ityoophiyaan gadda itti dhaga’ame fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Maatii isaanii, Mootummaa Biriitaaniyaa fi Ummata biyyattiif jajjabina hawwaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.