Fana: At a Speed of Life!

Godinni Hadiyyaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 42 olii taasiise

Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Ummannii fi Bulchiinsi Godina Hadiyyaa Birrii miiliyoona 42 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Sangoota 350, Hoolaa fi Ra’ee 542 dabalatee meeshaalee nyaataa waliigala Birrii miiliyoona 42 olitti tilmaamamu walitti qabuun gumaachuu ragaan Kominikeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.