Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebeen Waldaa “Muyaa Ityoophiyaa” daawwatan

Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)-Kantiibaan magaalaa Finfinnee fi hoggantoonni olaanoon magaalichaa oomishtootaafi oomishtummaa jajjabeessuuf  Waldaa dhuunfaa itti gaafatamummaansaa murtaa’e “Muyaa Ityoophiyaa” daawwatan.

Waldichi bu’aa hojiilee supheefi uffata aadaa gara biyya alaatti kan ergu yoo ta’u, ogeeyyii ogummaa harkaa  hedduuf carraa hojii uumuurra darbee sharafa alaa biyyattiif argamsiisuu ibsameera.

Bulchiinsi magaalichaa hojiilee ogummaa  harkaa kan jajjabeessuufi deeggaru ta’uu aadde Adaanach daawwannicharratti eeruu ragaan waajjira kantiibaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.