Fana: At a Speed of Life!

Tola ooltummaan hojii eebbifamaa lammiidhaan lammiif hojjetamudha -Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa

Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Tola ooltummaan hojii eebbifamaa lammiidhaan lammiif hojjetamudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.

“Karaan Duudhaa keenya ganamaatti deebinu Guyyaa Tajaajilaa Lamummaa idileessuu fi aadessuudhaani.” Jedhan Pireezidaantii Shimallis.

Ofirra darbanii isa kaaniif yaaduudha. Warra dagataman yaadachuudha. Warra hirkoo dhabeef hirkoo ta’uudha. Warra abdii dhabe abdii itti horuudha. Walumaagalatti tola ooltummaan madda gammachuu dhala namaa keessaa isa olaanaadha jedhan ergaa Qaammee 1 guyyaa Tola Ooltummaa sababeeffachuun  dabarsaniin.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.