Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan tola ooltummaa kabajamaa jira

Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Qaammeen 1, guyyaan tola ooltummaa kabajamaa jira.
Bara haaraa 2015 Muuxxannoowwanii fi duudhaalee gaarii bara darbe babal’isuun, qormaatilee injifachuuf lammiileen Ityoophiyaa hundi qooda isaanii ba’uu akka qaban Waajjirri Muummee Ministiraa Waamicha dhiyeesseera.
Dhaabbileen Federaalaa fi naannoolee sadarkaan jiran dhimma kanarratti xiyyeeffachuun hojiilee isaanii akka raawwatan ibsameera.
Milkaa’ina biyyaalessaa galtee taasiisuun lammiileen Hundi bara haaraa injifannoo haaraa akka galmeessan waamichi dhiyaateera.
Qaammee Ida’amuun mata duree jedhamuun Qaammeen 1 guyyaan Tola Ootummaa kabajamaa jira.
Qaammeen 2 Guyyaa Oomishtummaa
Qaammeen 3 Guyyaa Nageenyaa
Qaammeen 4 Guyyaa Tajaajiltummaa
Qaammeen 5 Guyyaa Tokkummaa jedhamuun kabajama.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.