Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin fayyadamummaa laga Naayil gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Yaa’iin fayyadamummaa haqa qabeessaa biyyoota yaa’a laga Naayil magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Yaa’icharratti Ittaanaa Muummee Ministiraafi Ministira Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin, bakka buutonni dhaabbilee biyyoota yaa’ichaa, pireezidaantonni yuunivarsiitiiwwan biyyoota yaa’ichaa 7 oliifi qorattoonni dhimma Naayil argamaniiru.

Yaa’ichi guyyoota sadiif kan turu yoo ta’u, qorannoowwan fayyadamummaa haqa qabeessa lagichaarratti xiyyeeffatan dhiyaachuun mariin irratti kan taasifamu ta’uu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.