Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin marii Addis Wag gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)-Waltajjiin marii “Addis Wag” bara 2014 xumuraa  waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira.

Waltajjichi mata duree “ Qormaata, Injifannoofi Abdii” jedhuun gaggeeffamaa jiraachuu ragaan waajjiricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.