Fana: At a Speed of Life!

Kaarnivaalli Shinooyyeefi Goobee Qaammee 1 irraa eegalee Finfinneetti ni kabajama

Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)-Kaarnivaalli Shinooyyeefi Goobee marsaa 4ffaan Qaammee 5 irraa eegalee Magaalaa Finfinneefi Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti kan kabajamu ta’uu ibsame.

Kaarnivaaliin kun qaammee 1 Gidduugala Aadaa Oromoo, Finfinneetti argamutti Sa’aatii 7:00 irraa eegalee agarsiisa daandiiwwan Finfinneerratti kan gaggeeffamu ta’uu, Hoogganaan Dhaabbata Piromooshinii Aartii Bohaartii Artisti Biruuk Girmaa OBNtti himeera.

Kaayyoon Kaarnivaalii kanaa aadaa uummata Oromoo Magaalaa Finfinnee keessatti dagatame beeksisuufi jajjabeessuu akkasumas Kaarnivaaliin kun xiyyeeffannaa argate akka biyyaafi Afrikaatti beekamtii akka argatuuf ta’uu Artisti Biruuk ibseera.

Qeerroofi Qarreen kana hubatanii aadaafi duudhaa isaanii beeksisuuf of qopheessuu akka qabanis waamicha dabarseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.