Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen alaa warqee hatan to’ataman

Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)-  Lammiileen alaa warqee hatan to’atamuu Ministeerri Albuudaa beeksise.

Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaa ibsa laataniin, oppireeshinii turban lamaaf taasifameen yakkamtoonni kunneen to’atamuu ibsaniiru.

Naannolee Oromiyaa, Beenishaangul Gumuziifi Uummattoota Kibba Lixaa Ityoophiyaatti shakkamtoonni karaa seeraan alaa warqee baasaniifi daddabarsan to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu beeksisaniiru.

Shakkamtoonni gocha seeraan alaarratti bobba’an kunneen baay’inaan lammiilee Chaayinaa ta’uu ibsaniiru.

Badii isaanii malee kan hidhaman yoo jiraate qulqulleeffatamee kan gadi lakkifaman ta’uu eeraniiru.

Mintasinoot Mulugeetaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.