Fana: At a Speed of Life!

ABUT midhaan deeggarsa namoomaaf dhiyaate waraanaaf fayyadamaa jiraachuu mirkanaa’e

Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT midhaanii fi meeshaalee deeggarsa namoomaa Ummata Tigraayiif dhiyaatu waraanaaf fayyadamaa jiraachuu mirkanaa’eera.
Iddoolee dahannaa garichi gadi lakkisee dheeffee meeshaalee fi midhaan nyaataa dhaabbilee deeggartootaan lammiilee naannichaaf dhiyaachaa turan argamuu isaanii ibsameera.
Garichi meeshaalee fi midhaan nyaataa lammiilee naannichaa rakkoo keessa jiraniif dhiyaatu saamuu eegaluun kan yaadatamuudha.
Dahannaa qabatee ture keessa midhaan nyaataa, nyaanni daa’immanii fi meeshaaleen biroo argamuu ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.