Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Haqaa Biiroolee Haqaa naannoolee waliin mari’achaa jira

Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) –Ministeerri Haqaa Biiroolee Haqaa naannoolee waliin Magaalaa Bishooftuutti mari’achaa jiraachuun eerame.

Waltajjii marichaarratti raawwiin karooraa bara 2014 bulchiinsa magaalota lameenii fi naannolee kurnaanii dhiyaatee irratti mari’atamaa jira jedhameera.

Akkasumas raawwii haqa bara 2014 fi karoora bara 2015 ministeerichaarratti mari’achuun kallattii fuulduree hojiilee haqaa kaa’aan eegama.

Waltajjiin maricha guyyoota sadiif tura jedhameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.