Fana: At a Speed of Life!

Federeeshinichi bu’aa filannoo miseensota hojii raawwachiiftuu ifoomse

Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa bu’aa filannoo miseensota hojii raawwachiiftuu ifoomseera.

Miseensota koree hojii raawwachiiftuu dhiirootaa har’a ifoomseera.

Haaluma kanaan Addisuu Qaamiissoo, Dooktar Daanyaachow Nigaruu, Shariif Daaleechoo, Muraad Abdii, Asar Abraahiimii fi Ujuluu Aday sagaalee caalmaan miseensota koree hojii raawwachiiftuu ta’uun filatamaniiru.

Dooktar Daanyaachow Nigaruu Itti aanaa Pireezidaantii federeeshinichaa ta’uun filatamuu isaanii ragaan federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.