Fana: At a Speed of Life!

Boba’aan garee shororkeessaa ABUTiif geeffamuuf ture to’atame

Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Boba’aan garee shororkeessaa ABUTiif geeffamuuf ture naannoo Afaar Irrabutiitti to’atamuu ibsame.

Boba’ichi caasaa nageenyaa Irrabutiin to’atamuufi garichi boba’icha weerara itti aanuuf itti fayyadamuuf akka ture eerameera.

Guyyoottan dura garichi boba’aa deeggarsa namoomaaf Maqalee ture saamuun isaa Dhaabbanni Nyaataa Addunyaa beeksisee turuun ni yaadatama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.