Fana: At a Speed of Life!

Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a gita isaa Ruwaandaa waliin ni taphata

Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii xumuraa Shaampiyoon Shiippii Liigii Biyyoota Afrikaaf har’a gita isaa Ruwaandaa waliin ni taphata.
Taphni gulaallii marsaa xumuraa kun har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Beenjaamii Mikaappaatti kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.