Fana: At a Speed of Life!

Obbo Oodriin Badriin Ityoophiyaatti Hojii Raawwachiistuu Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Oodriin Badriin Ityoophiyaatti Hojii Raawwachiistuu Ameerikaa Teereesaa An Jaakoobsan waliin mari’atan.

Mariisaaniin dhimmoota fayyaa, barnootaa, diinagdeefi tuurizimii irratti haala waliin hojjechuu danda’anirratti mari’achuu Obbo Oordiin Badriin ibsaniiru.

Tashoomaa Hayiluutu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.