Fana: At a Speed of Life!

Mankuusaan jiguun qabeenyaarra mancaatiin qaqqabe

Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Aanaa 8’tti mankuusaan jiguun lubbuu namaa fi qabeenyaarraa midhaan gahuu ibsame.

Balichi mankuusaa Koorporeeshini Manneeniirratti kan mudate yoo ta’u naannawichatti namoota roobaa caamsaa turan dabalatee lubbuun namootaa darbuu fi qabeenyaarra mancaatiin qaqqabuu ragaan kutaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Poolisiin ka’umsa balichaa adda baasuuf qorannoo gaggeessaa jiraachuun eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.