Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti galmeen barattootaa Hagayya 23/2014 eegala-BBO

Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Galmeen barattoota manneen barnootaa naannoo Oromiyaa Hagayya 23/2014 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.

Hogganaan biirichaa Dooktar Tolaa Bariisoon galmeen barattootaa manneen barnootaa naannichaa hunda keessatti Hagayya 23/2014- Fulbaana 08/2015tti kan gaggeeffamu ta’uu ibsaniiru.

Barattoonnis gara manneen barnootaa deemuun akka galmaa’an waamicha dhiyeessuu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.