Fana: At a Speed of Life!

Tarbaayinii 2ffaan anniisaa maddisiisuu eegaluun hidhicha gara boqonnaa haaraatti ceesisa-Taaboor Naaz

Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Tarbaayinii 2ffaan Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa anniisaa maddisiisuu eegaluun hidhicha gara boqonnaa haaraatti kan ceesisuudha jechuun Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Dhimmoota Afrikaa Duraanii Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Ambaasaaddar Taaboor Naaz ibsan.

Ijibti dhimma hidhichaarratti ibsa baasuu dandeessi garuu, dhimmicha murteessuu kan danda’u haqa lafarra jiru ta’uu toora Tiwiitaraa isaaniin ibsaniru.

Miira keessa galuurra haqoota jiran bu’uureffachuun mari’achuu wayyaas jedhaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.