Biyya bu’uura cimaan ijaaruun ga’ee dhaloota ammaatti – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Fedhii fi abjuu abbootii dhugoomsiif biyya bu’uura cimaan ijaaruun ga’ee dhaloota ammaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Tarbaayina 2ffaa Hidha Guddicha Haaromsaa Ityoophiyaa anniisaa maddisiisuu ifatti eegalchiisaniiru.
Fedhii fi abjuu abbootii dhugoomsiif biyya bu’uura cimaan ijaaruun ga’ee dhaloota ammaa ta’uu hubachiisaniiru.
Seenaa keessa darbuu fi seenaa hojjechuun garaagara kan jedhan Abiy Ahimad, seenaa keessa darbuun carraadha, seenaa hojjechuun ammoo injifannoodha jedhan.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.