Fana: At a Speed of Life!

Namni dhuunfaan Cheekii Birrii miiliyoona 10 waliindhoofte adabamte

Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Namni dhuunfaan Cheekii Birrii miiliyoona 10 waliindhoofte adabbii cimaa waggaa 10 adabamte.
Shakkamtuun maallaqa gahaa osoo hin qabaatiin mana bitteef kaffaltii Birrii miiliyoona 10 raawwachuu fi maallaqa liqaan fudhatte Birrii kuma dhibba 6 Cheekii mallatteessuu isheen himatamuu ibsameera.
Manni Murtii olaanaa federaalaa Ramaddii Boolee dhaddachaa ooleen ragaalee dhiyaataan bitaa mirga ilaaluun murtee balleessummaa laateera.
Haaluma kanaan bakka himatamtuun hin jirreetti adabbii cimaa waggaa 10 fi adabbii maallaqaa Birrii kuma 50n adabeera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.