Fana: At a Speed of Life!

Bara baajataa xumurametti qabeenyi kuufamaa baankiiwwanii Birrii tiriiliyoona 1.7 ga’uu ibsame

Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Bara baajataa 2014tti qabeenyi kuufamaa baankiiwwanii Birrii tiriiliyoona 1.7 ga’uu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaa Dooktar Yinnaagar Daseen ibsan.

Bara baajatichaatti seektarri baankii raawwii fooyya’aa galmeessisuu dubbataniiru.

Raawwiin diinagdee gooroo bara 2014 bakka Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad argamanitti guyyaa kaleessaa kan gamaaggamame yoo ta’u, waltajjichaan dameelee raawwii fooyya’aan itti galmeesifaman keessaa sektarri baankii tokko ta’uu eerameera.

Bara baajataa xumurametti qabeenyi kuufamaa baankiiwwanii Birrii tiriiliyoona 1.7 ga’uufi %26.7 guddachuu Dooktar Yinnaagar ibsuu TOI gabaaseera.

odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.