Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi Ummattoota Naannoo Kibba Lixaa Wixineen baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 11.33 ta’ee akka ragga’u Mana Maree naannichaaf qajeelche

Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Ummattoota Naannoo Kibba Lixaa Ityoophiyaa walga’ii idilee 8ffaa fi 9ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Wixineen baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 11 fi miiliyoona 33 fi kuman dhibba 6 fi kuma 65 ta’ee akka ragga’u Mana Maree naannichaaf qajeelcheera.
Wixineewwan labsii garaagaraa dhiyaatan irratti mari’achuun sagalee guutuun Mana Maree Naannichaaf dabarsuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’is .
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.