Fana: At a Speed of Life!

Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa kaadhimatoota Pirezidaantiifi Koree Hojii Raawwachiistuu ifoomse

Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC)- Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa kaadhimatoota Pirezidaantiifi Koree Hojii Raawwachiistuu federeeshinichaa ifoomseera.

Federeeshinichi filannoo Pirezidaantiifi Koree hojii raawwachiistuu Hagayya 21,2014 gaggeeffamuuf kaadhimatoota pirezidaantii 3 fi koree hojii raawwachiistuu 26 ifoomseera.

Haaluma kanaa:-

  1. Obbo Isaayyaas Jiraa
  2. Obbo Malaakuu Faantaa
  3. Obbo Tokkuchaa Alamaayyoon pirezedaantummaaf kaadhimamuu ragaan federeeshinicharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.