Fana: At a Speed of Life!

Daldalaa waliin dhahuu fi Kontiroobaandiin maallaqni mootummaan dhabuuf ture Birrii biiliyoonni 50.6 ol baraaruun danda’amuu ibsame

Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Daldalaa waliin dhahuu fi Kontiroobaandiin maallaqa mootummaan dhabuuf ture Birrii biiliyoonni 50.6 ol baraaruun danda’amuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiiseera.

Maallaqni baraarrame kun kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaalame Birrii biiliyoona 13.3 caalmaa qabaachuu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.