Fana: At a Speed of Life!

Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa dheerate

Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Guyyaan Taphoonni Gulaallii Waancaa Afrikaa itti gaggeeffamu dheerachuu Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa beeksiise.

Haaluma kanaan taphoonni gulaallii Waancaa Afrikaa ramaddiin 3ffaa fi 4ffaan Baatii Fulbaanaa bara 2015  gaggeeffamuuf ture  Bitootessa 11 – 19, 2015 kan taphataman ta’uu ibseera.

Ramaddiin 5ffaan ammoo Waxabajjii 5- 13, 2015 kan gaggeeffamu yoo ta’uu, ramaddii 6ffaan Hagayya 29, 2015 kan taphatamu ta’uu Konfedereeshiinicharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.