Fana: At a Speed of Life!

Duulli tarkaanfii shororkeessaa shaneerratti fudhachuu gaggeeffamaa jiru itti fufuun ibsame

Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Godina Qeellem Wallaggaa duulli tarkaanfii shororkeessaa shaneerratti fudhachuu gaggeeffamaa jiru cimee itti fufuu Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksise.

Raayyaa Ittisa Biyyatti Ajajaan Komaadi Poostii Qellem Wallaggaa akka ibsanitti, shororkeessaa Shaneerratti tarkaanfii fudhamaa jiruun, kisaaraan mudateeran.

Ajajichi akka ibsanitti, garechi kaampii leenjii Aanaa Sayyoo naannawaa ganda Warqeetti argamu barbadeessuun, miseensonni garechaa hedduun du’uu fi madaa’uu himaniiru.

Dabalataanis, humni shororkeessaa lammiilee ajjeesuun yaaddoo nageenya lammilee ta’e, duulli barbadeessuu cimee kan itti fufu ta’uu Ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.