Fana: At a Speed of Life!

Sirni galateeffannaa Atileetotaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti gaggeeffame

Finfinnee, Adoolessa 21,2014 ( FBC)-Sirni galateeffannaa Ityoophiyaanotaafi Atileetotaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti, Finfinnee Gidduugala Galma Aadaa Oromootti gaggeeffameera.

Sirnicharratti Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee hoggantoonni olaanoon naannichaa argamaniiru.

Waggoottan arfan darbanitti Ityoophiyaan qormaatilee hin injifataman fakkaatan hedduu injifachuun fi injifannoon argame kan itti fufu ta’uu Pirezidaant Shimallis ibsuu ragaan Waajjira Pirezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.