Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa bara 2014’tti Birri biiliyoona 27.5 buufachuu ibse

Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa bara 2014tti Birri biiliyoona 27.5 buufachuu isaa beeksiseera.

Baankichi raawwii hojii 2014 fi karoora 2015 guyyoota lamaaf gamaaggameera.

Pireezidaantiin Baankichaa Obbo Abbee Saanoo, akka ibsanitti kaappitaalli baankichaa Birrii biiliyoona 59.11 ga’eera.

Baankichi yeroo ammaa dameewwan kuma 1 fi 824 fi hojjettoota kuma 70 kan qabuudha.

Diinagdee biyyattii keessumaa damee qonnaan Birrii biiliyoona 60 bittaa xaa’oof oolchuun gumaacha taasisuun ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.