Fana: At a Speed of Life!

Ministeerichi lammiilee naannoo Affaar waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasise

Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Ministeerri Pilaaniifi Misoomaa dhaabbilee waamamtootaa waliin ta’uun lammiilee naannoo Affaar sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasise.

Ministeerichi Tajaajila Istaatistiksii Ityoophiyaa, Inistiitiyuutii Qorannoo Imaammataa Ityoophiyaa fi Abbaa Taayitaa Kunuunsa Naannoo Ityoophiyaa waliin ta’uun lammiilee naannichaa waraanaan miidhamaniif deeggarsa garaagaraa taasisuu ibsameera.

Gama biraan Ministira Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaa dabalatee hoggantoonniifi hojjettoonni ministeerichaafi dhaabbilee waamamtootaa naannoo Affaar magaalaa Alii Wuhaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabuu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.