Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov Kaayiroo galan

Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov daawwannaa hojiif Missir Magaalaa Kaayiroo galaniiru.

Ministirichi turtii isaaniin hoggantoota olaanoo biyyattii waliin dhimmoota waloorratti kan mari’atan ta’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa ibseera.

Sargee Laavroov yeroo itti aanu Ityoophiyaa, Ugaandaa fi Rippaablika Diimookiraawaa Koongoo kan daawwatan ta’uu CGTN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.