Fana: At a Speed of Life!

Obbo Oodriin Badriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin naannoo Hararii Obbo Oodriin Badriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman Isteefan Awuur  waliin haala sochii misooma naannichaa misooma namaa fi meeshaaleen deeggaruun danda’amurratti mari’atan.

Maricha ilaalchisuun obbo Oodriin ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Ambaasaaddaricha waliin haala mootummaan Jarmaniifi dhaabbileen tola ooltotaa biyyattii sosochii misoomaa naannoo Hararii gama misooma namaafi deeggarsa meeshaaleen deeggaruu danda’an irratti mari’achuu eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.