Fana: At a Speed of Life!

Daldala Alergiin ergitoota galii Doolaara miiliyoona 25 ol argamsiisaniif beekkamtiin kenname

Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Daldala Alergiin ergitoota galii Doolaara miiliyoona 25 ol argamsiisaniif beekkamtii kenneera.

Sagantaa beekkamtii laachuu kanarratti Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoo, Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabramasqal Caalaa dabalatee hoggantoonni mootummaa, dhaabbileen Daldala Alaa fi Qooda fudhattoonni biroo argamaniiru.

Bara baajataa xumurametti Daldala Alaarraa Doolaarri biiliyoonni 4.12 argamuu ragaan Ministeerichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.