Fana: At a Speed of Life!

Addunyaarratti lakkoofsi namoota dhibee Maariyyee Jaldeessan qabamanii kuma 14 ol ga’uu ibsame

Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota dhibee Maariyyee Jaldeessan qabamanii kuma 14 ol ga’uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise.
Namoota dhibichaan qabaman keessaa harki caalaan biyyoota Awurooppaatti kan argaman ta’uu dhaabbatichi ibsa isaan eereera.
Dhibichi baay’inaan namoota walquunnamtii saaltokkee raawwatanirratti kan argame ta’uu ‘The Economic Times’ gabaaseera.
Hanga ammaatti Afrikaa keessatti lubbuun namoota 5 dhibichaan darbuu ibseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.