Fana: At a Speed of Life!

Booris Joonsaniin kan bakka bu’an kaadhimamtooni xumuraa lamaan beekaman

Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Booris Joonsaniin bakka bu’uuf filannoo gaggeeffamaa jiruun Rishii Suunaakii fi Liiz Tireesi kaadhimamtoota xumuraa ta’uun dhiyaataniiru.

Filannoo gaggeeffameen Suunaak sagalee 137’n 1ffaa, Tirees ammoo sagalee 113’n lammaffaa qabataniiru.

Morkattoota lameen gidduutti morkii taasifamuun injifataan kan beekamu bara Faranjootaa Fulbaana 5 akka ta’e BBC’n gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.