Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Biyyaalessaa Hararii Yaa’ii idilee 2ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Adoolessa 12, 2014(FBC)- Yaa’iin Biyyaalessaa Hararii Yaa’ii idilee 2ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiraachuu ibsame.

Yaa’ichi gabaasa raawwii hojii bara 2014 akkasumas karoora tarsiimawaa waggoota 4 fi karoora bara 2015 irratti mari’achuun ni raggaasisaan eegama.

Filannoon koree dhaabbii yaa’ichaas kan gaggeeffamu ta’uu miidiyaan naannichaa gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.